-
Notes
Lafarratti, iddoon ilmi namaa Jannata ykn gaannaba ijaarratu gaa’ela keessattidha. kamtu isa kami jedhee abbaan isa fedhu tolfata jechuudha.Yoo namaaf ba’e wanti akka gaa’elaa guddaa nama godhu hin jiru; Emperialist ‘Hayaal /Greatest\ taata. Wanti si dinqu hin jiru; yoo yaadde waa’ee manaafi maatiikee yaadda. Kaayyoo kee qofarratti akka xiyyeeffattuuf yaadotakee walitti qaba. Bilic biliciin akka…